Isaan haala koo gaafa ilaalan imimmaani fi Gadda narraa eegaa Turan Ani Garuu Kolfan Boodaan Achii as itti baase kolfi koo bitaa isaanitti gale,,, akkamitti jedhan!!!! ?
— Abdi Amin Bakar/አብዲ አሚን በከር عبد امين بكر 🇪🇹 (@AbdiAminBaker) September 9, 2021
Ammas gaaffii isaanii kanaaf deebiin koo kolfaa fi fuula ifaa ture 🙂😁 eeyyen pic.twitter.com/sFaaLy4nHj