Wantoota Addunyarratti Na Gammachiisan Keessa❤️🙏
Wantoota Adduunya kana irratti na Gammachiisan Keessa Murasnii? Ofif Argachurra wanta obboleessi (Hiriyyaan) kiyya argatefin Gammadda. Rakkoo tiyyaarra Rakkoo obboleessa(Hiriyyaa) kiyyaafin rakkadhaa.Dhimma kiyya itti dhiise Dhimma hiriyya kiyyatif Furmaata barbaade hiriyyaa kiyya rakkoo isaa furutu na gammachiisa. Anaf Hiriyyaan naf bahurra, Ani yoonin hiriyyaaf bahen irra gammada Ykn Akkuma beekamu Namoota bayyeedhaf Hiriyyaan gaariin, hin bahuf, Ani Rakkina hiriyya kiyya tan inni natti himatufi tan inni dhokfate deemus hangan dandahe furufin qaba jedheetin dhiphadhee hanga Rabbiin kiyya naf laafissetti furuf yaala. Yeroo sanin gammachu argadhaaAlhamdulillahi❤️https://youtube.com/@AbdiAminBakar?sub_confirmation=1Jiruu fi jireenyi addunyaa kanaa walxaxaadha. Erga addunyaa kanatti dhufnee, addunyaa walxaxaa kana keessa jiraachuun dirqama uumamaati.Kan oso hin jaalatiin jaalaatan, kan oso hin barbaadiin fudhatan hedduudha.Rakkoon uumamaa osoo hin xiqqaatiin rakkoo dhalli nama walitti fe’u as miti.Seera uumamaa cabsuun qoqqobbaa walirratti gatu. Kan dhiitaa ofii badhaadhuuf, kan cunqursaa ofiif ol hiixachaa, kan ukkaamsaa ofii bookkisaa, kan sakaalaa ofii firinxiixaa, kan cancalaan hidhaa ofii caraanaa, kan wallaalaa ofiin beekaa ofii fakkeessa. ….. deeman keessa jirraa. Maarree rakkoo fi gidiraa kana dandammaachuun dhidhiittatee afaan hojii fi afaan ogbarruuf kan gahe keessaa tokko AFAAN OROMOOTI. Kanaan ga’uufis dhiigni ilmaan Oromoo hedduu dhangala’eera; lafeen hedduunis caccabeera; ta’us kanaan nuu gahaniiru waan ta’eef galanni isaanii guddaadha. Afaan Oromoo sadarkaa afaan hojii fi barnootaa ta’us hojii ogbarruu irraatti hojiin hojjetamaa jiruu nama sodaachisaa. Bonni hamaan waan rukkute fakkaata. Jira jechuurra hin jiru jechuutu namatti salphata. Kanaaf hayyoonni oromoo bakka jirtaan hundatti waa’een haala qubeessu afaan oromoo fi ogbarruu afaan oromoo kun hojii mana nuuf haa ta’uun dhamsaa koti.- Duraan dursee barruu suura irra jiruu kana yeroo isiiniif maaxansuu ani afaan oromoo kana barreessuu, dubbaachu, dubbisuu fi dhageeffachu irraatti qulqullinaan beeka jechuu koo miti.Kaayyoon koo isa hin beeknee baraadhe isa beeku barsiisuudha.Mee barreeffamaa armaan gadii kana dubbisa.Kolleejjiin barsiisa akkanaa kana hojjitti bobbaasu kun hangaam lammiifi yaade?Manni barnoota barsiisa akkanaa kana kutaa 1-4tti ramadee hoo hangaam daa’immaan saniif yaade?Mana barumsaa tokko keessatti kuusaa ragaalee bara 2006 keessa fudhaatame.Baay’ee ofitti gaddaa inni akkanaa kunis barsiisa ykn barsiistu ofiin jedha. Ragaaf guyyaa itti barreeffame ilaalaBarsiisummaa maqaatu si badee!












































Wantoota Adduunya kana irratti na Gammachiisan Keessa Murasnii? Ofif Argachurra wanta obboleessi (Hiriyyaan) kiyya argatefin Gammadda. Rakkoo tiyyaarra Rakkoo obboleessa(Hiriyyaa) kiyyaafin rakkadhaa.
Dhimma kiyya itti dhiise Dhimma hiriyya kiyyatif Furmaata barbaade hiriyyaa kiyya rakkoo isaa furutu na gammachiisa. Anaf Hiriyyaan naf bahurra, Ani yoonin hiriyyaaf bahen irra gammada Ykn Akkuma beekamu Namoota bayyeedhaf Hiriyyaan gaariin, hin bahuf, Ani Rakkina hiriyya kiyya tan inni natti himatufi tan inni dhokfate deemus hangan dandahe furufin qaba jedheetin dhiphadhee hanga Rabbiin kiyya naf laafissetti furuf yaala. Yeroo sanin gammachu argadhaa
Alhamdulillahi❤️
https://youtube.com/@AbdiAminBakar?sub_confirmation=1
Jiruu fi jireenyi addunyaa kanaa walxaxaadha. Erga addunyaa kanatti dhufnee, addunyaa walxaxaa kana keessa jiraachuun dirqama uumamaati.
Kan oso hin jaalatiin jaalaatan, kan oso hin barbaadiin fudhatan hedduudha.
Rakkoon uumamaa osoo hin xiqqaatiin rakkoo dhalli nama walitti fe’u as miti.
Seera uumamaa cabsuun qoqqobbaa walirratti gatu. Kan dhiitaa ofii badhaadhuuf, kan cunqursaa ofiif ol hiixachaa, kan ukkaamsaa ofii bookkisaa, kan sakaalaa ofii firinxiixaa, kan cancalaan hidhaa ofii caraanaa, kan wallaalaa ofiin beekaa ofii fakkeessa. ….. deeman keessa jirraa.
Maarree rakkoo fi gidiraa kana dandammaachuun dhidhiittatee afaan hojii fi afaan ogbarruuf kan gahe keessaa tokko AFAAN OROMOOTI. Kanaan ga’uufis dhiigni ilmaan Oromoo hedduu dhangala’eera; lafeen hedduunis caccabeera; ta’us kanaan nuu gahaniiru waan ta’eef galanni isaanii guddaadha. Afaan Oromoo sadarkaa afaan hojii fi barnootaa ta’us hojii ogbarruu irraatti hojiin hojjetamaa jiruu nama sodaachisaa. Bonni hamaan waan rukkute fakkaata. Jira jechuurra hin jiru jechuutu namatti salphata. Kanaaf hayyoonni oromoo bakka jirtaan hundatti waa’een haala qubeessu afaan oromoo fi ogbarruu afaan oromoo kun hojii mana nuuf haa ta’uun dhamsaa koti.-
Duraan dursee barruu suura irra jiruu kana yeroo isiiniif maaxansuu ani afaan oromoo kana barreessuu, dubbaachu, dubbisuu fi dhageeffachu irraatti qulqullinaan beeka jechuu koo miti.Kaayyoon koo isa hin beeknee baraadhe isa beeku barsiisuudha.
Mee barreeffamaa armaan gadii kana dubbisa.
Kolleejjiin barsiisa akkanaa kana hojjitti bobbaasu kun hangaam lammiifi yaade?
Manni barnoota barsiisa akkanaa kana kutaa 1-4tti ramadee hoo hangaam daa’immaan saniif yaade?
Mana barumsaa tokko keessatti kuusaa ragaalee bara 2006 keessa fudhaatame.
Baay’ee ofitti gaddaa inni akkanaa kunis barsiisa ykn barsiistu ofiin jedha.
Ragaaf guyyaa itti barreeffame ilaala
Barsiisummaa maqaatu si badee!
1,652
Volunteers available
1,132
Volunteer opportunities
1,972
Matches last year
Hear more from our community.
- BAGA WAGGAA HAARA GEESSAN BARA 2016🇪🇹“Baga Waggaa Haaraa Bara 2016 Nagaan Geessan” Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dacheen irra jiraannu marfata yeroo uumaan qajeelchee kenneen hoogganamtee, taateewwan jajjaboo jireenya dhala namaatiif hiikoo addaa qaban duraa duubaan keessummeessuudhaan dhala namaa muuxannoo jireenyaa gonfachiifti. Yeroon maree darbuufi maree dhufu kun qormaataafi injifannoon kan guutame yoo ta’u, ilmi namaas qormaatawwan kanneen mo’achuunContinue reading “BAGA WAGGAA HAARA GEESSAN BARA 2016🇪🇹”
- BAGA WAGGAA HAARA GEESSAN BARA 2016🇪🇹“Baga Waggaa Haaraa Bara 2016 Nagaan Geessan” Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dacheen irra jiraannu marfata yeroo uumaan qajeelchee kenneen hoogganamtee, taateewwan jajjaboo jireenya dhala namaatiif hiikoo addaa qaban duraa duubaan keessummeessuudhaan dhala namaa muuxannoo jireenyaa gonfachiifti. Yeroon maree darbuufi maree dhufu kun qormaataafi injifannoon kan guutame yoo ta’u, ilmi namaas qormaatawwan kanneen mo’achuunContinue reading “BAGA WAGGAA HAARA GEESSAN BARA 2016🇪🇹”
“So many things are possible just as long as you don’t know they’re impossible.”
Norton Juster