MAMMAAKSA OROMOO ❤️. Humna qabaannan sagaliin lolu, dhabnaan sagalee tolu. . Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan. . Firri firatti gala jennaan mukti qottoo lagatti qajeelte. . Firoomne jedhanii waraabessatti foon hin fe’atan. . Gowwaan yoo itti kolfan waan kolfaniif se’a. . Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti. . Gowwaan farda ergisaatiin boona. . Hoolaan gaafa qalameContinue reading “Makmaksaa Oromoota❤️”
Mentions Archives:
Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture.Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha.
Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture. Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha. Adwaan hirmaannaa fi tokkummaa sabaa fi sablammoota biyya keenyaa hundaan kan argamee yemmuu ta’u, keessattuu goototni Oromoo hedduun obbolaawwan isaanii waliin kutaawwan waraanaa adda addaa hooggananii injifannoo seenaanContinue reading “Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture.Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha.”
Magaalaa Shagger
Magaalaan Shaggar magaalaa akka kaleessaa qonnaan bulaan irraa buqqa’uufi dhiibamu miti; kan keessatti misoomudha”, #Obbo_Shimallis_Abdiisaa, PMNO Uummanni Oromoo sirnoota darban keessatti aarsaa hedduu kaffaleera. Hacuuccaafi rakkoo samii gadii hunda baatee dandamachuu danda’eera. Sirnoonni darban fedhii isaanii sadarkaa barbaadamuun bakkaan gahachuuf jecha dhiibbaa hangana hin jedhamne uummata Oromoo irraan gahaa turaniiru. Uummaanni Oromoo uummata cimaa obsaContinue reading “Magaalaa Shagger”
Tarsimoo Tapha Siyaasa Beekun Dirqama”Jedhan Aadde Fariyaa Aliyyii
Tarsimoo Tapha Siyaasa beekun dirqama!! “Saba siyaasni ittiin taphatamu ta’uu bira kutee ofiifuu saba tapha siyaasaa eegale ta’ee argaa jirra! Santu seeraa, Odeessale Soba Midiyaa Hawasaa irratti maxxanfamaniin wal hin mirqaansinaatii siyaasa duuba jiru wal hubachiisaa yaa sabaa! Dubbichi akkana kunoo dubbifadhaa!” Aadde Fariyaa Aliyyii Waaqa hubannaa nuuf kennetti yaa tolu malee Oromoon kiyya gamnaContinue reading “Tarsimoo Tapha Siyaasa Beekun Dirqama”Jedhan Aadde Fariyaa Aliyyii”
Dhamsa Ariffachiisa, Ummata Oromootif
Akka biyyaa fi ummataatti carraan keenya baay’een walitti hidhata kan qabu ta’uu hubachuun kaayyoo fi galma waliiniif dhaabbachuu, waliin hojjechuu, wal deeggaruu fi waltumsuun aadeffatamuu qaba.……………………. Oromoon Injifannoo bara hedduun booda argate kana tikfachuutu irra jiraata. Injifannichi akka laayyootti hin dhufne. Yeroo kanatti dogongora kamiyyuu hojjachuun nurraa hin eeggamu. Karaa nagahaatiin qabsaawuutu Oromoo of duraContinue reading “Dhamsa Ariffachiisa, Ummata Oromootif”
Oduu Amma N
Breaking_News Oduu Gammachiisa, Booda hin dhageenye hin jedhin gurra isin calaw🎤🎤 Abbootii qabeenyaa biyya keessaa gara paarkota indaastriitti galchuuf hojiiwwan garagaraa hojjatamaa jiraachuu Koorporeeshiiniin Misooma Paarkota Indastrii beeksise. Koorporeeshiinichi Paarkota Indastrii lama keessatti dhaabbilee gara invastimantitti galan lama,awuutoo injinaringiifi Diimitiriyaas Kaampuriis waliin waliigaltee hojii jalqabuu dandeessisuu mallatteessera. Hojii raawwachiisa olaanaan Koorporeeshiinichaa Obbo Sandokaan Dabbabaa waliigalticharrattiContinue reading “Oduu Amma N”
Addee Sara Hassen Adem
“Namni oggaa lafa kanarra jiraatu ofiisaa qofaaf ta’uu hinqabu” Aadde_Saaraa_Hasan_Adam Keessummaan Bariisaa Sanbataa Hagayya 1 bara 2013 haadha qabeenyaafi tola ooltuu yoo ta’an, erga biyya alaa waggoota 15f jiraatanii booda biyyatti deebi’an; Aadde Saaraa Hasan Adam. Isaanis yaadota hedduu nuu qoodaniiru. Agroo Indastirii Sabbataa keessatti haadha qabeenyaa Aannan Maamaa yoo ta’an hojichi daran dadhabsiisaa ta’uu,Continue reading “Addee Sara Hassen Adem”
Dhamsa Jabduu
#Dhamsa_Jabduu #Jabaa_keenya_bira_haa dhaabbannu ! “Mootummaan Itoophiyaa yeroo jalqabaatiif imaammata biyya alaa dantaa fi birmadummaa biyyakoo miidhu hin fudhadhu jedhee mootummoota America dura dhaabbate Dr Abiyyi qofaadha”Pirisdent MNO #obboo_Shimallis_Abdiisaa Gargaarsa keessaniif jedhee imaammata ergamtummaan biyya koo jiraachisu,kan akka feetanitti dhimma keenya keessa seentanii akka borcitan eyyamuurra morma kiyyan kenna jedhee kutannoodhaan namni oftuultota lixaa(America) ofirraa qolateContinue reading “Dhamsa Jabduu”
Jaalala Jaalalan irranfatan!
Onnee tiyya keessaaQabaatuu turte bakkaaYoo dubbiin jabaatteHaqamuunis daqiiquma takka** Anoo ofitti hin yaanneTakkaatuu akkan si jibbuuAmmaa narraa dhufeeDhiifama naaf godhi lubbuu** Akkaataa jireenya kootiiKeetiin madaalchiseeWal naaf simuu dideeMataa koo dhukkubsee** Atiif kennaan tureeIddoo guddoo jaalalaaAmma si jibbeetiFagaadhee si laalaa** Jibbi koo akkumaanDhimma malee mitiiAtiitu fakkeessituudhaDhugaa ati namaa mitii** Fuulli kee ngyaa kanAnaaf mul’atuGaafa narraa garagaltuHamtuContinue reading “Jaalala Jaalalan irranfatan!”