“Adwaan kennaa qaalii hunda keenyaan dhugoomeefi hunda keenyaaf kenname waan ta’eef akka faaya gati-jabeessaatti ija mararsiifannaatiin ilaalla. Wantoota hedduudhaan hidhata dhabuu dandeenya; Adwaan wadaroo ta’ee walitti nu hidha! MM Dr Abiy Ahmed Ali
Author Archives: abdiaminbakhar
Makmaksaa Oromoota❤️
MAMMAAKSA OROMOO ❤️. Humna qabaannan sagaliin lolu, dhabnaan sagalee tolu. . Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan. . Firri firatti gala jennaan mukti qottoo lagatti qajeelte. . Firoomne jedhanii waraabessatti foon hin fe’atan. . Gowwaan yoo itti kolfan waan kolfaniif se’a. . Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti. . Gowwaan farda ergisaatiin boona. . Hoolaan gaafa qalameContinue reading “Makmaksaa Oromoota❤️”
Jireenya Addunya kana Keessatti, Namoota Rakkoo Namootattii Bashananan( ራክኮኦ Hirayyaatti Rahaa gochuu barbaadan Rabbin Isin irra haa qabuu
Jireenyi qormaata obsun furmaata. https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09 Bishaan boora’e iddoo tokkotti utuu hin taliila’in hin darbu!!Wallaansoon jireenyaa addunya dirree diriiraa qofarratti falmii taasisuun abjuudhan. Hin ta’u, jireenyi diraamaa akkasii hin qabdu, hin qabaattus. Tabba ol yaabuun, hallayyaa gadi bu’uun filannoo jireenyaa otoo hin taane dirqama jireenya dachee burraaburree tanaati.Erga gara dachee tanaatti affeerramanii, isa dhama mi’aawaa qabus,Continue reading “Jireenya Addunya kana Keessatti, Namoota Rakkoo Namootattii Bashananan( ራክኮኦ Hirayyaatti Rahaa gochuu barbaadan Rabbin Isin irra haa qabuu”
Breaking
Waliigalteen biyyaalessaa imala badhaadhina walootiif murteessaadha. Dhalootni biyya isaa jaallatu hunduu dhimmoota biyyaalessaa murteessoo ta’an irratti walii galtee uumuun daran barbaachisaadha. Walii galteen biyyaalessaa kun dhimmoota siyaasaa, diinagdee, hawaasummaa fi kanneen biroo irratti ilaalama waloo qabaachuu irratti kan xiyyeeffatudha. Biyya ykn maatii tokko keessa akkuma yaadaa fi ilaalchi garaa garaa jiru, uummannis dhimma tokko irrattiContinue reading “Breaking”
Baga Nagahan Dhuftan🇪🇹
Gara Twitter keenya🇪🇹 Galatoomaa https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
WEL COME
Do you enjoy your job? Baga Nagahan Dhuftan
Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture.Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha.
Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture. Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha. Adwaan hirmaannaa fi tokkummaa sabaa fi sablammoota biyya keenyaa hundaan kan argamee yemmuu ta’u, keessattuu goototni Oromoo hedduun obbolaawwan isaanii waliin kutaawwan waraanaa adda addaa hooggananii injifannoo seenaanContinue reading “Injifannoo waraana Adwaatiin duubatti gumaachi dubartootaa ol’aanaa ture.Adwaan injifannoo gurraachota hundaati. Guyyaan kun guyyaa seena qabeessa kan eenyummaa Afrikaanotaa addunyaatti agarsiise seenessa badaa ta’es sirreessee barreessedha.”
Magaalaa Shagger
Magaalaan Shaggar magaalaa akka kaleessaa qonnaan bulaan irraa buqqa’uufi dhiibamu miti; kan keessatti misoomudha”, #Obbo_Shimallis_Abdiisaa, PMNO Uummanni Oromoo sirnoota darban keessatti aarsaa hedduu kaffaleera. Hacuuccaafi rakkoo samii gadii hunda baatee dandamachuu danda’eera. Sirnoonni darban fedhii isaanii sadarkaa barbaadamuun bakkaan gahachuuf jecha dhiibbaa hangana hin jedhamne uummata Oromoo irraan gahaa turaniiru. Uummaanni Oromoo uummata cimaa obsaContinue reading “Magaalaa Shagger”
Goota Kaleessa Yaadachun
Goota kaleessaa yaadachaa isa har’aa jabeessina!= = = = = = = = = =Biyyi keenya gootota danuu kaleessaafi har’aa qabduun utubamtee kabajamtee jiraachaa jirti. Kanaaf ammoo gootota kaleessaa yaadachaa isaan har’aas cimsinee utubuun seenaa haaraa galmeessaa deemuu qabna! Har’as gootota akka Abbichuu qabaachuu keenyaatti boonuu qabna! Biyyi keenya Itoophiyaan waan gootota qabduuf garbummaa diduudhaanContinue reading “Goota Kaleessa Yaadachun”
የፖለቲካ ንግድ#########ዳር ቆሞ የተሳሳተ መረጃን ለሰፊው መሐበረሰብ የማሰራጨት ተግባር ላይ ተሰማርተው የፖለቲካ ትርፍን በህዝብ ችግር ለማግኘት የሚዳረግ ጥረት በጣም አሳፋሪ እና ከስብዕና የራቀ የዘቀጠ ተግባር ነው።ሲሆን ሲቻል ችግሩን አብረን ቆመን እንፍታው ካልሆነም ለሚችል እናሳውቅ ወይም ዝም ማለቱ የሚችለው እንዲሰራ መንገዱን መክፈት ነው እና እሱን ለማድረግ ጠረት ማድረጉ ከታሪክ ተወቃሽነት ያድነናል።
የፖለቲካ ንግድ######### ዳር ቆሞ የተሳሳተ መረጃን ለሰፊው መሐበረሰብ የማሰራጨት ተግባር ላይ ተሰማርተው የፖለቲካ ትርፍን በህዝብ ችግር ለማግኘት የሚዳረግ ጥረት በጣም አሳፋሪ እና ከስብዕና የራቀ የዘቀጠ ተግባር ነው። ሲሆን ሲቻል ችግሩን አብረን ቆመን እንፍታው ካልሆነም ለሚችል እናሳውቅ ወይም ዝም ማለቱ የሚችለው እንዲሰራ መንገዱን መክፈት ነው እና እሱን ለማድረግ ጠረት ማድረጉ ከታሪክ ተወቃሽነት ያድነናል።