Design a site like this with WordPress.com
Get started

Odeeffannoo Arrefachiiaa Walif qooda

OFEEGGANNOO

Yeroo ammaa Afaanota garaa garaan odeeffannoowwan kijibaa dhimma filannoo Itoophiyaa ilaalchisuun karaa miidiyaa hawaasaa #Facebook, Youtube fi kanneen garaa garaatin oofamaa jira. Uummanni biyya keenyaa odeeffannoo dhimma filannoon wal qabatu qaama dhimmi ilaallatu qofa irraa adda baafachuu qaba.

Odeeffannoo kijibaan uummata burjaajessuuf miidiyaalen biyyoota garaa garaa kan akka #Gibxii, #Suudanis holola oofuu malu. Kanaafuu uummanni bu’aa filannoos tahee odeeffannoo kamuu kan filannoon wal qabatu Boordii filannoo qofarraa argachuu qaba. Filannoo kan gaggeessu uummata biyyaati malee qaama holola dharaa oofu miti. Kan bu’aa filannoo himus qaama filannicha keessa jiruu fi filannoo gaggeessudha.

Hubachisa

Ummaanni keenya hundii keeysan hundi keessaanu bakka jirtaniti wardiya nageenyati.
Kanaafu qama nageenya wajjiin tahuun nageenya keessaan eegadha.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: