Design a site like this with WordPress.com
Get started

Itti usaniis nama hin dhiftuu

“Yoo itti usan, maaliif natti callistan?
Yoo itti haasawan, maalif na dubbiftan?” Amala imaltuu imala kallattii hin qabneeti. Namaa waliin hin deemtu, namarraahis hin haftu.

Taa’uu hin dandeeysu, dhaabbachuus hin feetu. Kofluu hin quuftu, booyuus hin hifattu. “Shakaraataatu bifa jijjiirratee dhufee dhiiroo? Gaafii namatti uumti. Yaa rabbi nun dileeysin.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: