#Badhaadhinni_qabeenya_Waliiniti
Badhaadhinni Malaa Abbaa Malaa 2ffaa #Abbichuutin Paartii ijaaramedha.
Badhaadhinni qaama bu’aa qabsoo Ummatati.
Badhaadhinni Karoorse Raawwachiisu,Hojjate Hajjachiisu beekaa.
⛰ Wan qaban hin beekaanifi malee imala Badhaadhinatin bu’aawwan gurguddoon galma’ani harka keenya jiran kun Cirraachaa lafaati miti Warqee harka keenya jirudhaa.
Bu’aa Jijjiiramaati dhiigatu irratti dhangaala’e lafeetu itti cabee lubbuutu itti wareegame har’a agarre kana Sagaleen keenya itti hin qusaatamu!!
↪️Badhaadhinni Mana Itiyoophiyaanootati Gaafa jennu dubbiifne hubanne ittin hojjanne lafaa irrattis hojiin wan mul’achuu jalqabefii.




Badhaadhinni Malaa Abbaa malaa 2ffaa Abbichuun mana akka oromoo ibsutti akka oromoo mata ol qabutti akka Sabafi Sablammoota ta’uti Duudhaa biyya keenya irratti ijaaramedhaa.
Akka hundaa keenyaf ta’uti ijaarame akka hin taanetti Warqeen Itiyoophiyaanoonni dhabu hin qabne Badhaadhina ta’u hubachuu qabna.
Gaafa Diizaayinin Badhaadhina Waraaqa irratti Abbichuun boocaame ka’amu heddu keenyatu Amanu dadhaabe dubbachuu sodaate.
https://www.facebook.com/108277194000122/posts/322805422547297/
羅Gaafa lafaa irra bu’ee ijaarsi Badhaadhina jalqabu Amaname Abdatama dhufe.
Gaafa bu’uuri ijaarsa Badhaadhina lafaa keessa ol dhufe Bu’aan mul’achaa dhufu Miseensi Amane Deeggartoonnis baayyachaa dhufe imalli ijaarsa itti fufe har’a geenye kanaaf warri har’a malummaa Badhaadhina Amanu dadhabe amanuf rakkate hundiinu boruu amanuf jirta wan ta’ef ammatti Hireen biyya kana Badhaadhina harka jirti wan ta’ef Hiree biyya keenya Murteessuf Badhaadhina filachuun olka’insaa biyyi keenya jalqabde itti fufsisu keessatti Ana fi atis gahe keenya haa bahannu!!!!
#Hubachiisa: Dabalata Odeeffannoo Qulqulluufi Barnoota Midiyaa Hawasaa adda adda argachuuf;
Teelegraama keenya:
https://t.me/abdiaminbakar
Yuutyuubii keenya Subscribe nufgodhaa https://youtube.com/channel/UCfNWzAsd9sAsuQGv7QYErqA
Subscribe godhaa
Yuutub Channel 2 https://youtube.com/channel/UCcBGKeV8FcvFEVkZdKxlN-w
Marsariitii https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/
Websayiti keenya http://abdiaminbakar.simplesite.com/
Inistagiram keenya https://www.instagram.com/abdi_aminbakar/
Twiitara Keenya https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
Nu duukaa bu’aa nu hordofaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.