Design a site like this with WordPress.com
Get started

Abiy Ahmed Ali

MM Abiyyi Ahmad adeemsa ijaarsa Istaadiyeemii biyyaalessaa daawwatan

Muummeen Ministeeraa FDRI Abiyyi Ahmad adeemsa ijaarsa Istaadiyeemii biyyaalessaa daawwataniiru.

Haala waliigalaa ijaarsichaa fi rakkoolee muudatan ilaalchisee daayrektarri Gorsaa dhaabbata ijaarsaa Dooktar Injiinar Massalaa Hayilee fi ijaarsicha kan hordofan obbo Asmaraa Gizaw jila  Dooktar Abiyyiin durfamuuf ibsa taasiisaniiru.

Mootummaan ijaarsi Istaadiyeemichaa akka ariifatuuf rakkooleen jiran akka furaman kan hojjetu ta’uu Muummeen Ministeeraa FDRI Abiyyi Ahmad ibsaniiru. Ijaarsi isaa qulqullina isaa eeggatee yeroo gabaabaa keessatti xumuramuun tajaajilaaf qophii akka ta’u qajeelfama hojii laataniiru.

Daawwannicharratti  Muummeen Ministeeraa FDRI Abiyyi Ahmad fi Pirezidaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee hedduun argamuu ibsameera.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: