Qormaanni hedduu dha. Garuu ni injifanna. Hattoonni Itoophiyaa akka hin malletti hatan, Hattoonni karaa hin taaneen Itiyoophiyaa waraanan hunduu ni badu. Itoophiyaan badhaadhina ni mirkaneessiti. Itoophiyaan itti fufti. Wareegama ni kafalla. Bakka qormaata keessa darbuun dirqama nutti tahetti ni qoramna, garuu Itiyoophiyaan ni injifatti. Injifannoon fuuldura keenya jira!

Dr Abiyyi Ahmad
Muummee Ministeera