Kabajamtoota Hordoftoota keenya Galatooma Onnee keenya keessa jirtan yoomiyyuu!
Dubbiilee Dadammaqiinsaa
➲ Jijjiirama fiduudhaaf nama jalqabaa ta’i!
➲ Rakkina dhufu simachuudhaafis nama jalqabaa ta’i!
Rakkina hin baqatin!
➲ Rakkina moo’achuufis nama jalqabaa ta’i! Sababni isaa nama milkaa’e ta’uudhaaf carraan jiru tokkichi rakkina sitti dhufu moo’attee darbuu fi dhiibbaa uumuuf dandeettii ati qabdu irratti hundaa’a.
➲ Yeroo hundumaa waan gaarii uumuuf keessa kee qopheessi!
➲ Itti amani!
➲ Gonkumaa abdii hin kutin!
ADDUNYAAN KUNI CARRAA MILKAA’INAAN GUUTUDHA!
➬ Addunyaan kuni, har’a rakkinaa fi milkaa’inaan guutudha.
➬ Warri rakkina moo’atan gara milkaa’inaatti ce’u. Namoonni baay’een dhiibbaa uumuu sodaachuudhaan sadarkaa isaaniif malu kan hin gahin hafanis danuu dha.
➬ Carraan milkaa’insaa baay’een qisaasa’ina baay’ee keessa darbuun dhufa.
➬ Hojii guddaan itti gaafatamummaa guddaa gaafata.
➦ Ati kan uumamteef jireenya jiraattutti gammaduuf, wanta gaarii lafichi qabu irraa dhamdhamachuu fi fayyaatti jiraachuuf.
➦ Kanaaf yeroo hundumaa Gammadi!
Yaada Keessan Nufkeennuu Keessanif Galatoomaa Jechaa.Ergaa fi Koomi Keessan Yeroo Online Seennetti ialaalle isinif Deebifnaa Nu ofkolchaa?Youtubekeenya Subscribe Godhaa
➪ https://www.youtube.com/c/abdiaminbakar