Design a site like this with WordPress.com
Get started

Breaking News

Chaayinaan Ameerkaa Akeekkachiiste!

Ameerikaan dhimma keessoo biyyoota biroo keessa gidduu seenaa jirtuufi odeeffannoo sobaa tamsaasa jirtu akka dhaabdu Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa akeekkachiseera.

Ameerikaan dhimmoota keessoo ishee keessatti xiyyeeffachuun nageenya lammiileeshee mirkaneessuu akka qabdu Dubbii Himaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Zha’oo Lijiyaan ibsa kennaniin hubachiisaniiru.

Dubbii himaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Zha’oo Lijiyaan kan kan himan Ameerikaatti yaadannoo waggaa 1ffaa nama gurraacha Ameerikaa Joorji Filooyid Poolisootaan ajjeefame irratti gaaffii sab-qunnamtii irraa dhiyeeteef wayita deebii kannaniinttidha.

Dubbii himichi miidhaa sanyii irratti xiyyeeffate Ameerikaa keessatti oduu olaanaa ta’ee itti fufeera jedhan.

Akka Zha’oo Lijiyaan himanitti, bu’uura qorannoo yaada hawaasaa hojjetameen waggoottan darbe keessatti hariiroo Afrikaa fi Ameerikaa fi Poolisoota Ameerikaa gidduu jiru gara rakkoo hamaatti ce’aa jiras jedhaniiru. By:Abbaa Seenaa

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: