Design a site like this with WordPress.com
Get started

Ilaame Yaa Saba Koo

Yaa saba!

Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna.

Wanta franjiin jettu raawwachuuf dirqama hin qabnu. Fedhii franjii raawwachuuf gugguufurra, fedhii keenya faranjiin akka raawwattu hojjachutu nurraa eeggama. Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna. Yeroon isaa immoo amma. Xiinsammuu kana baatu fi gochuu danda’u hundi keenya horachuun kabaja fi jaalala biyya keenyaf qabnu miidiyaa hawaasaa kanarratti agarsiisuu qabna.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: