Gaafa jaallattu nii miidhamta
Gaafa miidhamtu nama jaallatte jibbuu jalqabda
Jibbuu gaafa jalqabdu
Irraanfachuu yaalta
Irraanfachuu gaafa yaaltu
Yaaduu jalqabda
Yaaduu gaafa jalqabdu deebitee jaalala keessatti kufta.
Jaalala jechuun kanuma!!