MAMMAAKSA OROMOO
❤️. Humna qabaannan sagaliin lolu, dhabnaan sagalee tolu.
. Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan.
. Firri firatti gala jennaan mukti qottoo lagatti qajeelte.
. Firoomne jedhanii waraabessatti foon hin fe’atan.
. Gowwaan yoo itti kolfan waan kolfaniif se’a.
. Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti.
. Gowwaan farda ergisaatiin boona.
. Hoolaan gaafa qalame samii arga.
. Hammaaranis hammaatanis dhuma hin ooltu.
. Hiriyaan wal hin amanne laga hundatti waliif kakata.
. Dhoksaan fanxoo hin fayyisu.
. Humnaan nyaataniif humna namaaf hin ta’u.
. Ijaa fi saree ganda hin lagan.
. Kan dhadhaa baqsite osoo jirtuu kan raafuu affeelte michiin dhahe.
. Korma dhugaan booratu biyyeen ija hin buutu.
.”
.
Itti fufa…
Ergaa dabalataaf
https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/ Facebook Page keenya Follow Like Share godhuu hin dagatinaa❤️
https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09. Twittera keenya Follow godhaa.
https://youtube.com/@AbdiAminBakar?sub_confirmation=1 Youtube Channeli Keenyas Subscribe Nuf godhaa. ❤️
Maddaa Odeeffannoo
Linkiwwan Arman Gadii Hunda Like Follow Share godhaa
Facebook: https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/
Telegram: @abdiaminbakhar
https://t.me/abdiaminbakhar
Twitter: https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
Linked:https://www.linkedin.com/in/abdi-amin-bakar
Instagram:
https://www.instagram.com/abdi_aminbakar/
Flipoard: https://flipboard.com/@abdiaminbakar1?from=share&utm_source=flipboard&utm_medium=share
Medium: medium.com/@abdiaminbakar
Tiktok: tiktok.com/@abdiaminbakhar
Youtube: https://youtube.com/@AbdiAminBakar?sub_confirmation=1
VK : https://vk.com/abdiaminbakar
Website: https://abdiaminbakar.wordpress.com
Check out Abdi Amin Bakhar on #SoundCloud
https://on.soundcloud.com/rCEka
Galatoomaa Like Follow Commenti
Makmaksa Oromoota
https://youtube.com/@AbdiAminBakar
https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
