Rakkoon mudate of eggannoo nama yaadachiisa hundafuu.
Balaliistonni_Xiyyaara Itoophiyaa magaalaa gudditti Finfinnee osoo gara buufata Xiyyaara Itoophiyaa deema jirani rafan.
Xiyyaarichi haala autopilot keessa ture kan gara 37,000 feet irratti akka inni hin deemne godhe.
Waan itti aanee ta’e daawwadhaa https://youtu.be/rLjiskc1-ec
Pilots of an aircraft of Ethiopian Airlines fell asleep on the way to Ethiopia’s capital Addis Ababa airport. The plane was in autopilot mode which kept it cruising at 37,000 feet. Watch what happened next #1THorizontal #Pilots #Airlines

