Design a site like this with WordPress.com
Get started

Erga Baga Gammaddanii, Baga Waliin Gammannee” Jedhu Bulchaan Bulchinsa Aanaa Baabbilee Kabajamoo Obbo Tajuu Adam Hassan

험헲헿헴헮헮 헕헮헴헮 헚헮헺헺헮헱헱헮헻헶

Bulchaan  Aanaa  Baabbilee Obbo Taajuu Adam Hassan  Guutinsi Bishaanii Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Marsaa 3ffaa Milkaa’inaan xumuuramuu isaatiif ergaa baga gammaaddanii dabarsaniru.

Itoophiyaan gootota ijoollee isheetiin injifannoon galmeessuu hin dandeenye hin jiraatu. Hidhi Haaromsaa keenya faajjii injifannoo, mallattoo tokkummaa, birmadummaafi galma badhaadhinaa keenya kan mirkaneessu dha.

Dhiibbaa alaafi keessaa hidha kana gufachiisuuf taasifamaa ture injifannoon ceenee, Tarbaayiniin 2ffaa anniisaa maddisiisuu jalqabuun isaafi guutiinsi bishaanii marsaa 3ffaa milkiin xumuramu injifannoo caalmaaf kan nu onnachisuufi cee’uumsa boqonnaa haaraa biyya keenyaa kan dhugoomsu waan ta’eef, baga waliin gammanne jedhaniiru.    https://www.facebook.com/108277194000122/posts/602887381205765/

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: