Design a site like this with WordPress.com
Get started

Jilli Pirisdentii MNO Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisatin Durfamuu

Dinagdee Biyyaa fi Maatii Guddisuu fi wabbii nyaata mirkanneessuf bu’uura guddaan kilaastaran Qonna irratti xiyyeeffannoo addaan murteessaadha.” Pirezidaanti MNO Kabajamoo obbo Shimalis_Abdisaa

Jilli Obbo Shimallis Abdiisatiin durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaalee Booraa fi Dugdaa, gandoota Jawwee Bofaa fi Bartaa Saamiitti, qamadii kilaastaraan misoome daawwatan. Qamadiin kilaastaraa Aanaa Booraa Ganda Barta Saamii hektara 22,210 fi Aanaa Dugdaa Ganda Jawwee Bofa keessaatti lafa hektaara 30.718 irraatti misoomaa jirus yeroo ammaa sadarkaa gaarii irra kan jiru tahuu hoggantooni daawwannaa kana irratti hirmaatan mirkanaessani jiru.

Pireezdaanti Shimalis daawwanna tasisan booda haasawa tasisaniin wabbii nyaata mirkaneessuf bu’uura guddaan kilaastaran hojachun mamii hin qabne akka ta’eefi baroota darban misomaa kilaastaran miliyoona 2 akka ijiffanno lakkaa’aa ture bara kana keessa dachaan dabalee heektara miliyoona 4.5 irraa jira. kana irra ka,auun Hoggansa dinagidee baayee horachun dandaamee jira.

Bara kanna qamadii Biyya alaatti ergun akka jelqabamu himamaa jira. Gufuuwwaan ce’uun gara imala mul’ata badhaadhina hunda galeessaatti injifannoon ni tarkaanfanna.
https://www.facebook.com/108277194000122/posts/pfbid025B7PvizMTb7qL9p5LX6BYpx6HsYRCWFRP4yoCG4R6QgetesQAjmgjJvJ9hVhZTvCl/

Naannoo Oromiyaatti Lafa hektaara miiliyoona 4.5 kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiru keessaa hanga ammaatti qamadiin lafa hektaara miiliyoona 1.3 kilaasteraan misoomaa jira.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: