Design a site like this with WordPress.com
Get started

BreakingNews: Abiy Ahmed Ali

“Bara darbe raawwiin daldala alaa dabaluun sochii invastimaantii alaa mul’ateera” MM Dr. Abiy Ahmed Ali

https://youtu.be/HsP2GIqW6no
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad walgahii koree Dinagdee Gooroo kna gaggeessan yoo ta’u, bara darbe raawwiin daldala alaa jajjabeessaafi dabaluun sochii invastimaantii alaa mul’achuu ibsaniiru.
Ji’oottan lamaan darban qaala’insi gatii hir’isuun, raawwiin Ashaaraa Magariisaa olaanaa ta’uu, hojiileen tola ooltummaa, daddabarsi maallaqa alaa ergamuu dabaluufi raawwii hojii teknolojiin deggarameen bu’aa olaanaan galmaa’uu ibsaniiru.
Milkaa’ina bara darbe argame kana cimsanii itti fufsiisuun barbaachisaa ta’uus MM.Dr. Abiy Ahimad eeraniiru.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: