“Yeroo Guddachaa Dhufnu Hiriyyoota
hedduu osoo hin taane, hiriyyaa
dhugaa akka nu barbaachisu hubanna⁉️
Namoonni tokko tokko ni jiru.
Kanuma Haalota(wantoota) hunda keessatti onnee fi miira isaanii qofa dhaggeeffachuun deebii haaala ykn dhimma saniitif gochatti seenun beekkaman.
Warroonni akkanaa kun sababa(LOGIC) itti dhiisun waanuma itti dhaga’amu qofaan gochatti seenu kanaafis murteen isaanii miira fi qalbii qofarratti waan rarra’uuf sirroomina hin qabu
#Follow page Abdi Amin Bakar/አብዲ አሚን በከር عبد امين بكر