#BREAKING_African35
“Yoo tokkoomne ni dhaabbanna, yoo walqoodne ni kufna- MM Dr. Abiy Ahmed Ali







Ministerri Muummee Itoophiyaa Dr. Abiyi Ahimad yaa’ii 35ffaa hoggantoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti haasawa taasisan keessatti qabxiileen isaan kaasan keessaa https://www.facebook.com/108277194000122/posts/482224143272090/
Afrikaanoonni yoomiyyuu caalaa tokkomuu qabna, yoo tokkomne ni dhaabanna, yoo walqoodne ni kufna,
~Afrikaanootaaf qindoouufi waliin dhaabachuun dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti.
~Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessatti Teessoo Dhaabbii argachuu qabdi.
~Miidiyaan dhimma paan Afrikaanizimiirratti sagalee Afrikaa addunyaatti dhageesisu hundaa’uu qaba.
~Damee turizimii Afrikaa itti hinbu’amne hojiirra oolchuuf hojjetamuu qaba.
~Qaxanaa daldala bilisaa Afrikaa hojiirra oolchuun haaromsa Afrikaa mirkaneessuu qabna.