Jijjiiramni har’a Injifannoo qabsoo oromoo bara dheeraaf geggeeffama ture ta’u oromoon hundii beeku akka qabu.

Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna.
Saba koof falmee du’een taddasaa birruu ta,a
Haacaaluu hundeessaa
jijjiiramni laaftuutti hin dhufnee jijjiiramaan hin taphannu.
Injifannoo harkaa qabnu tana argachuuf gootoota meeqa itti dhabne!
#abiy_ahmed_must_lead
Wanta faranjiin jettu raawwachuuf dirqama hin qabnu. Fedhii faranjii raawwachuuf gugguufurra, fedhii keenya faranjiin akka raawwattu hojjachutu nurraa eeggama.
Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna.
Yeroon isaa immoo amma. Xiinsammuu kana baatu fi gochuu danda’u hundi keenya horachuun kabaja fi jaalala biyya keenyaf qabnu miidiyaa hawaasaa kanarratti agarsiisuu qabna.
Akkuma Ilmi nama somba isa malee socho’uu hin dandeenye,Ilmi nama kammiiyyuu iddoo jireenya isaa irraa iddoo barbadeetti socho’uuf Ifni haalaan barbaachisaadha.
Biyyi Ethiopia tunis Badhaadhina malees socho’uu hin danda’u.
Badhaadhinni jaalalaa cimsa, Badhaadhinni Nageenya, Badhaadhini kabaja,Badhadhini dingdee nama dhunfa hamma biyyaattii jiru cimsa, Kanaafuu bakka badhaadhini hin jirrettii wanti kammiiyyuu hin milkaa’u.
Badhaadhini ifa kan jedhamuu keessoowwaan ifaattii caljedhamee osoo hin tanee haadawwaan qaqqal’aa baayeetu walitti dhufe,haadni kun immoo akkaata tartiiba isa eegatee kan caasseeffamedha.
Caaseeffamni kun immoo gubbaa irra gadittii (top to down) kallattii kamminuu uummata keessa faca’ee ifa kan nuf laatudha.IFA kana immoo keenya ta’u beeknee itti fayyadamuu qabna.
Kaayyoon Ampuuliis IFA qofa osoo hin tanee tokkummaa(Unity) keenya keessaattis gahee olaanaa taphata.
Baadhaadhini biyyaa keenya keessa gad bu’udhaan uummata keenyaaf lafee dugda ta’ee kan tajaajiluu fi kan tajaajila jiruudha.
Mallattoon keenya