#BREAKING
“Ministira Muummee Siwiidin, Isteeven Lofven waliin dhimmoota waloo biyyaafi naannawaaf faayidaa qaban irratti marii bilbilaa bu’a qabeessa ta’e gooneerra. Siwiidin adeemsa jijjiirama Itoophiyaa deeggaruuf gumaacha taasistuuf nan galateeffadha.
ከስዊድኑ ጠቅላይ ሚኒስትር ስቴፈን ሎቨን ጋር የጋራ ጠቀሜታ ባላቸው በሀገራዊ እና ቀጣናዊ ጉዳዮች ላይ ፍሬያማ የስልክ ውይይት አድርገናል፡፡ ስዊድን የኢትዮጵያን የለውጥ ጉዞ ለመደገፍ ስለምታደርገው አስተዋጽኦ አመሰግናለሁ፡፡
Held a fruitful call discussion with Prime Minister Stefan Löfven on various bilateral and regional issues of mutual interest. I greatly appreciate Sweden for the lasting contribution to Ethiopia’s reform journey.
