Sii Jaaladha
Na jibbi yoo feete
argaa keeyyuu jedhi
Wanta jibba ibsu
hundumayyuu godhi
Na arrabsi feetuu
maqaa koos balleessi
Gochaa kiyya malee
maqaas naaf moggaasi
Narraa gorii darbi
karaa kees jijjiiri
Ani suman jaaladha
Atii na dhisiti deemi iddoo feete
Rabbii ko qabaa
Kaa bakkaa kee
Naa busuu nama
Na jaalatuu ❤️

Jaalalli waa
Hundaa akkaastii beekki