Design a site like this with WordPress.com
Get started

ODUU AMMAA

“Aadde Adaanach Koollejjii Raayyaa Ittisaatti argamuun Miseensota Raayyaa Ittisaa duula birmadummaarratti miidhaman daawwataniiru

Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Koollejjii Raayyaa Ittisaatti argamuun Miseensota Raayyaa Ittisaa duula birmadummaarratti miidhaman daawwataniiru.

Miseensota kanneeniif Midhaan nyaataa, meeshaalee yaalaa fi uffataalee garaagaraa deeggarsa taasiisaniiru.

Aadde Adaanach Jiraattoonni magaalichaa gootoota duula birmadummaa biyyaarratti miidhaman kanneen daawwachuun deeggarsa taasiisuu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.

Ogeeyyiin yaalaa Biiroo Eeggumsa Fayyaa magaalaa fi Kutaa maggalaa Nifaas Silk Laaftoorraa walitti babba’an deeggarsa tajaajila yaalaa kennaa jiraachuu ragaan Waajjira Seekreetariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

ከንቲባ አዳነች አቤቤ በሀገር መከላከያ ጦር ኮሌጅ በመገኘት በህልውና ዘመቻው ጉዳት የደረሰባቸውን የሰራዊት አባላትን ጎበኙ።

የአዲስ አበባ ከተማ ከንቲባ አዳነች አቤቤ በሀገር መከላከያ ጦር ኮሌጅ በመገኘት በህልውና ዘመቻው ጉዳት የደረሰባቸውን የመከላከያ ሰራዊት አባላት በመጎብኘት  የምግብ  ፣የህክምና ቁሳቁስ እና የተለያዩ የአልባሳት  ድጋፍ አድርገዋል ።

የከተማዋ ነዋሪዎች በተለያዩ ካምፖች በመሄድ በህልውና ዘመቻው የጀግንነት ተግባር ፈጽመው ጉዳት የደረሰባቸውን  የሀገር መከላከያ ሰራዊት አባላት በመጠየቅ እንዲያበረታታ እና ድጋፍ እንዲያደርጉ ከንቲባ አዳነች አቤቤ ጥሪ አቅርበዋል።

ከአዲስ አበባ ከተማ ጤና ቢሮ እና ከንፋስ ስልክ ላፍቶ ክፍለ ከተማ የተውጣጡ የጤና ባለሙያዎች በኮሌጁ ለሰራዊቱ አባላት የህክምና ድጋፍ በመስጠት ላይ እንደሚገኙ ከንቲባዋ ገልጸዋል ።

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: