Design a site like this with WordPress.com
Get started

Namoota Akkasi Jabeeffadhuu

Namoota muraasa qofaatu keessa kee dubbisuu danda’an. Namoota baay’ee muraasa ta’antu Keessa kee haasofsiisuu danda’u.
Osoo carroomtee namoota san ni jabeeffatta.

Namoonni akkasii si cinaatti argamuunis ni mala. Halaala sirraa jiraachuunis ni mala. Garuu isaan keessa kee ni beeku.

Namni akkasii jalqaba irratti Harmee teeti.

Maamiin tee Iddoo feete yoo jiraatte keessa kee dubbifti. Yoo sagaleen kee laafe maal te’e jettee tilmaamti.

Itti aansuun eenyu eenyu akka ta’e atummaan tarreeffadhu.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: