Design a site like this with WordPress.com
Get started

Dhugaa Jireenya Namootni Hubatan Iddoo Guddaa Gahaniru

DHUGAA JIREENYAA NAMOONNI HUBACHUU QABAN.

1. Qeeqaa fi dinqisiifannaa, lachuu fudhu. Abaaboon daraaruuf Bokkaa fi Aduun lachuu wol qixa isa barbaachisa.

2. Kallattii jireenya keetii jijjiiruuf, angoon guutuun si harka jira. Aangoo kana hin tuffatin.

3. Ifa bira gahuuf dukkana keessa qaxxaamuruu qabda.

4. Namni gorsa kee caalaa gocha kee laalee fakkeenya si godhata (keessattuu daa’imman). Waan gaarii haasa’uurra waan gaarii tolchi.

5. Waan feete filachuuf mirga qabda. Garuu waan filannoon kee sun sitti fidu diduuf mirga hin qabdu.

6. Nama gaarii akkamii taatus, seenaa nama wayii keessatti hammeenyaan galmooftee jirta.

7. Waa hojjachuu dhabuurra, Waa hojjattee dogongoruu woyya. Yoo xiqqaate muuxannoo argatta.

8. Sobni dafee si dhaqqabsiisuu danda’a garuu fagoo si hin deemsisu. Dhugaan si tursuu danda’a garuu karaa dheeraa si deemsisa.

9. Yoo daftee dhaqqabuu barbaadde kophaa kee deemi. Yoo fagoo deemuu barbaadde garuu nama wojjiin deemi.

Horaa Bulaa

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: