Breaking_News
Oduu Gammachiisa, Booda hin dhageenye hin jedhin gurra isin calaw🎤🎤
Abbootii qabeenyaa biyya keessaa gara paarkota indaastriitti galchuuf hojiiwwan garagaraa hojjatamaa jiraachuu Koorporeeshiiniin Misooma Paarkota Indastrii beeksise.
Koorporeeshiinichi Paarkota Indastrii lama keessatti dhaabbilee gara invastimantitti galan lama,awuutoo injinaringiifi Diimitiriyaas Kaampuriis waliin waliigaltee hojii jalqabuu dandeessisuu mallatteessera.
Hojii raawwachiisa olaanaan Koorporeeshiinichaa Obbo Sandokaan Dabbabaa waliigalticharratti akka ibsanitti, Abbootiin qabeenyaa paarkota indaastrii keessatti bal’inaan akka hirmaataniif mootummaan taarsimoowwan garagaraa kalaqee hojjachaa jira jedhan.
Abbootii qabeenyaa biyya keessaafi akka humnasaanitti sheedonni maloota biroo akka dhiyaataniifi dhiyyeessi liqii baankii foyya’aan akka mijatuuf Obbo Sandokaan himaniiru.TOI
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Channel YouTube keenya Subscribe nufgodhaa https://youtube.com/c/abdiaminbakar
Teelegraama keenya:https://t.me/abdiaminbakar
Twiitara Keenya:https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
Inistagiram keenya:https://www.instagram.com/abdi_aminbakar/
Marsariitii https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/
Websayiti keenya:http://abdiaminbakar.simplesite.com/
Websaitikeenya:https://abdiaminbakar.wordpress.com
Websait: https://medium.com/@abdiaminbakar
Guruphii keenya Join godhaa: https://www.facebook.com/groups/abdiaminbakarcnn/?ref=share
Nu duukaa bu’aa nu hordofaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
