Design a site like this with WordPress.com
Get started

Muudama Kab/Aadde Fariyaa Aliyyi Itti antuu Kantiiba Magaalaa Duukam tahudhan Muudan! Jabduu Hoggansa

Hawaasni Magaalaa Duukam Baga Gammaddan

Hoggansa tajaajjiila hawaasaaf of kennee, haqummaa fi amanamummaadhaan hojjachuu isheef hawaasa biraa kabajaan kan kennamuuf akkasumaas Ummatafi Mootummaa waal hubachiisidhan, Haqa Ummanni Mootummaa irra qabuufi Dirqama Ummanni Mootumma isaani irra qaban amanamummaadhan, Ummata Isheetif Halkanif guyya osoo hin jenne kutannoodhaan hojjachuudhan kan beekkamtu.

Rakkoo Ummata ishee Sodaa takka malee ofitti amanamummaadhan kan hojjacha turtee.

Kab/ Aadde Fariyaa Aliyii Itti antui Kantiibaa Magaalaa Duukam tahun muudamanii jiru. Jirattoonni Magaalaa Duukam hoggansa akkasii argachuu keessaniif baga gammaddan jenneerra

Bara Hojii Milkii Aadde Fariyaa Aliyyii

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: