Design a site like this with WordPress.com
Get started

Ati Kheyruma Yaadi, Sharriin Abbaa Egdii, Umriin Dhertun waa heddu nama barsiftii, namas garsifti

Baguman arge hundaa
Gochaa firaa fi alagaa
Ammas umurii qabaannaan
Fuuldurratti baay’een arga…!

Isa fayyaa sukkuumee
Cabsee taasiisu naafa
Isa qajeelaa dabsee
Jaldhisee fakkeessu fafa..

Isa jiraa awwaalee
Du’aa fayyisuuf yaalu
Abbaan safuu dagatee
Kan ilma isaa dhaalu

Meeqan argee taajjebe
Garagaltoo namummaa
Garuu argees hin obsu
Nan dubbadha na dhimma.

Garuu..!

Gaafan hubadhee laalu
Garaagarummaa namaa
Jedheetin of gaafadha
“Nama jechuun maaluma”..?

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: