Baxaraanummaan dhaloota moo madaqqii dha laata?
Baxaraanni gaafa harma haadhaa hodhu osoo hodhuu ciniina. Gaafa dugda haadhaa yaabbatu haadharraa guftaa buusa.
Haadhaatu sattare ta’a malee tan gaafa garaa haadhaa keessa turee faan tan quduraati. Gaafa tiksu ameeysa nama hin dhiinne aannan isaa dhugeeti eegee isaa qabatee itti shorroqaa babbaasa!
