Design a site like this with WordPress.com
Get started

Odeessalee haara

Odeeffannoo Haara.

Sababa sarvarri dhaabbata Facebook har’a rakkoo godhatee dhaabbateef jecha amma tana gatiin gurgurtaa sheerii facebook %5.5 gadi bu’uun maallaqa guddaa dhabbaticha kasaarsee jira. Waggaa keessatti kasaaraa guddaa dhaabbaticha mudate jedhamaa jira. Yoo dafanii sirreessuu baatan daran gatiin sheerii gadi bu’uun kisaaraa caalu geessuu danda’a.

Kisaaraan hanga ammaatti saa’aa 3f cufamuu Facebook, WhatsApp fi Instagram qofti dhaabbata Facebook irratti geessisu doolaaraa Ameerikaa Milyoona $500’tti tilmaama. Messenger fi Oculus VR yeroo irratti dabalamu kisaaraan isaa ni dabala jedhameet tilmaama. Odeeffannoon xiqqoo hin qabduuf isiniif maxxanse
https://t.me/abdiaminbakar

#Subcribe_Channeli_YouTube
https://youtube.com/c/abdiaminbakar

@youtube Abdi Amin Bakar

Subscrib godha
Abdi Amin Bakar/አብዲ አሚን በከር عبد امين بكر
Nu Qunnamuu yoonif barbbaddan Linki arman gadii kan caqasttani Nu qunnamuu dandeessuu

https://t.me/abdiaminbakar

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: