Design a site like this with WordPress.com
Get started

Internet Cufamun isaa

#Odeeffannoo_Internetin_Cufamuu

#Odeeffannoo
Facebook, Whatsup fi inistaagiraamiin karaa kennitoota tajaajilaa waan addaan citeef hanga sirratutti maamiloonni obsaan akka eegan Itiyoo Telekom gaafate.

Internetin Sababa Rakkoon xiqqoo Ethio Tele Mudaten Addan Xitee jira obsaa.
Hanga isinif gaddifamutti ,Google, Tiwwiter, YouTube,TikTok, Wordpreess, Telegrami, Fayyadamu dandeessuu
#Sababa Guyya Arra Midiyaa EBC Hack, Qamaa hin beekamnen Butame tureef, Internetin Yeroodhaf Cufamee jira Rakkoo Teknika isaan Mudatef,
Qamni Dhimma kana Hojjatte Adda baafame Seeraf Dhiheessun Dirqama Mootummaa Biyyattiiti.
Qamni Guyyaa Arra Osoo Ummanni Biyyatti Gammachu isaa dhaggeesifacha jiru, Midiyaa Mootumma Hack godhanii Vidio hin taanee irratti Posti gocha olaan kun Seeraf Nuf Dhihachu qabuu?

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: