Erga Baga Gammaddanii

Emireetoonni Araba Gamtoomanii MM Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Emireetoonni Araba Gamtoomanii Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa  FDRI ta’uun filatamuu isaaniif ergaa hawwii gaarii hawwaniiru.

Preezdaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Kihaaliifaa Biin Zayid Al Naahiyaan, Itti aanaan Preezdaantii Emiireetii  Muummeen Ministiraa fi Hogganaan Dubaay Sheek Mohaammad Biin Raashiid Al Maaktuum,Itti aanaa Ajejaan Humna Waraanaa biyyattii Mohaammad Biin Al Naahiyaan Dookta Abiy Ahimad Muummee Ministiraa FDRI ta’uun filatamuu ergaa hawwii gaarii hawwaniru.

Published by abdiaminbakar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

Create your website with WordPress.com
Get started
%d bloggers like this: