Design a site like this with WordPress.com
Get started

Qormaata Bultii, Fuudha fi Heeruma, Sittin Heeruma Sin Fuudha Jechuun Laftuudha Afaanin!

#Qormaata_Bultii_fi_Fuudhaaf_Heeruma!!

#SuadMuktarOfficial Youtube Irratti  #Subscribe Godhaa
https://www.youtube.com/watch?v=L-Aup7atBy4
Sin fuudha, sittin heeruma waliin jennee !!!!
Warroota sitti siqee Dogoggora kee siif himu sani, malee warroonni jecha fi gochoota kee hunda usaniituma faarsan fira sitti hin fakkaatin.

Tokko tokko jiraachuf yeroo nyaatan, tokko tokko ammoo nyaachuf jiraatu.

Karaan qaxxaamuraan kabajatti si geessu, waan hawwitu san ta’uuf tattaafachuudha.

#Qormaata bultii keessatti ,yeroo haqa xiqqa tokko argattes humnaa ol hin utaalin,Haqa kiyya kana namni hundi dhufee naf baruu qaba jette firaf aante kee hunda hin aafeerin,Dhokfadhu Haquma argatte sanuu budaan akka si dura hin nyaanne.
Yoo haqa  dhabdes hedduu hemilee hin cabin. badiin tee taanan fudhadhuu, tantee tahu battus yeroo takka takka osuma haqa qabaniiti abbaa/haadha badis tahanii fudhatanii.

Dachii tanarratti wanti hundi ni dabra.
Karaa ati itti imaltuu waari sitti himaan warra sii waliin imalan otuu hin ta’in warra of dubbati debi’anii dha..
Akka isin kuftan waan hawwanifii

Yeroo ofiif yaaduu egaltetti barbaaddee of argatta.

Kan waan qabuun hin gammanne, waan hawwuuf san yoo argates hin gammadu.

” Ofii Wajjiin Mari’achuu ”
.Ofii wajjin mari’achuun kan siif ta’u beeku jiruun anaf ni ta’a jettu kamii, daqiiqaa 5’n ofiif kanniine offii wajjin haasa’uu.

Bultii Teenyaf Seeroota gaarii ta’e basuun Bultiin teenya bu’ura kanan qajeelfama jatte hojjechuun karoora fi kayyoo jabaa akka qabatu si tasisaa

#Fknf Bultii boruuf barbaadnu kamii, toftaan jireenya boruu jiraachuu barbaadnu kaa akkamitti boruu maal ta’u barbaadna janne offi wajjin haasa’uun barbaachisaadha.
#Qormaata_Bultii keessatti nama qunnamuf, Qaama Sadaffaa(Manguddoo,Fira)Of jidduutti waamun Bultii Diiguu keessa tokkoo.

Yeroo Bultii teenya keessatti Rakkoon wahi umamte, Namoota Yaada nuf kennan bira dhaquu hin qabnuu.
Namootni Yaada namaf kennan hedduudha, Yaada bada fi shiras.
Namoota Furmaata nuf kennan bira dhaquu qabnaa malee,
Namoota yaada shira nuf kennan bira demne, Jartii teenya (Abbaa manaa keenya) isaan bokkee teenye isaani wajjin hamachu hin qabnuu hadara kana hin godhii.

https://www.facebook.com/108277194000122/posts/385515336276305/

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: