Design a site like this with WordPress.com
Get started

Gadda Laphee koo na Cabsee

Innaa lillaahi Wa innaa ileeyhi Raajiuun!

Arraan tana Addunyaan Nama qaalii hedduu ulfaataa tahe dhabde!
Hayyuu Barsiisa Ulama’oota  Din Islaama  barsiisuu irratti Umrii isaanii guutu fixanifi Ulamaa’oota akka isaani baayye omishanii Barsiisumma irratti bobbaasa turan , Guyyaa arraa #Sheikh_Nasrii_Sheekha Gara Mana isaanii dhugaa godaananii jiran.
Rabbiin Rahmata isaanif haa godhu! Bakka jirtanitti Du’aaii godhaaf.
Rabbiin haa araaramuuf, Rabbiin jannattul firdowsiin isaan haa badhaasu! Rabbiin firaa fi maatiif Jajjabinaa, obsaa fii imaana haa kannuuf

Yaa RABBI Raammata godhiif sheek keenya sheikh Nasirii Sheekha

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: