“Namni oggaa lafa kanarra jiraatu ofiisaa qofaaf ta’uu hinqabu”
Aadde_Saaraa_Hasan_Adam
Keessummaan Bariisaa Sanbataa Hagayya 1 bara 2013 haadha qabeenyaafi tola ooltuu yoo ta’an, erga biyya alaa waggoota 15f jiraatanii booda biyyatti deebi’an; Aadde Saaraa Hasan Adam. Isaanis yaadota hedduu nuu qoodaniiru.

- Agroo Indastirii Sabbataa keessatti haadha qabeenyaa Aannan Maamaa yoo ta’an hojichi daran dadhabsiisaa ta’uu,
- Qonnaan bultoonni kuma 10 ol ta’an aannan dhiheessaafii fayyadamaa jiraachuu,
- Gatiin aannanii kan qaala’e warshii warshaa aannanii qaban isheedhuma jirtu walharkatti waan qabaniif ta’uu, – Hojicha keessatti dubartummaafi Oromummaan qormaata isaanii turuu,
- Hojii Biznasii kanneen akka taayilsii lafaa raabsuu, meeshaalee omisha aannaniif ta’an akkasumas kan hospitaalaa alaa galchuufi kkf namoota waliin sheeriidhaan hojjechaa jiraachuu,
- Fedreshinii ATileetiksii Itoophiyaa keessatti koree raawwachiidtuu hojii ta’uusaanii,
- Mana Maree Daldalaafi Dameesaa Finfinneefi naannawaashee keessatti Ittaantuu Walitti Qabduu Boordii ta’uun hojii hedduu hojjechaa jiraachuusaanii,
- Tolaooltummaadhaan ammoo mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa qarshii miliyoona 11n ijaarsisuusaanii, qonnaan bultootaafi dargaggoota naannawaa Sabbataa dhaabbiidhaan gargaaraa jiraachuusaanii, buqqaatoota Oromoo Naannoo Somaaleef manneen 20 ol ijaaruusaanii, daa’imman kaansariidhaan dhukkubsatan 60 ol gargaaraa jiraachuusaaniifi kkf nuu kaasaniiru.
πππππππππππ
Hubachiisa: Dabalata Odeeffannoo Qulqulluu, Biyya keessa fi Biyya Alaas ni argattuu, Barnoota Midiyaa Hawasaa adda adda argachuufis;
Teelegraama keenya:https://t.me/abdiaminbakar
Yuutyuubii keenya Subscribe nufgodhaa https://youtube.com/c/abdiaminbakar
#Subscribe godhaa
Yuutub Channel 2 https://youtube.com/channel/UCcBGKeV8FcvFEVkZdKxlN-w
Marsariitii https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/
Websayiti keenya:http://abdiaminbakar.simplesite.com/
Websaiti keenya:https://abdiaminbakar.wordpress.com
Websait: https://medium.com/@abdiaminbakar
Inistagiram keenya:https://www.instagram.com/abdi_aminbakar/
Twiitara Keenya:https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09
Guruphii keenya Join godhaa: https://www.facebook.com/groups/abdiaminbakarcnn/?ref=share
Follow, Like Share Commenti Facebook: Abdi Amin Bakar
Nu duukaa buβaa nu hordofaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.