Dhamsa_Dr. Abiy Ahmed Ali
“Kutattootni ilmaan kee dhiiraa fi dubartiin bakka hundatti argaman sibaraaruuf waardiyyaa dhaabbataniiru! Waaqni Itoophiyaa fi ummata ishee haa eebbisu!”
Dr Abiyyi Ahmad

በሁሉም ስፍራ የሚገኙ ቆራጥ ሴቶች እና ወንዶች ልጆችሽ አንቺን ለመታደግ ዘብ ቆመዋል! ፈጣሪ ኢትዮጵያና ሕዝቦቿን ይባርክ!
መልካም ምሽት ኢትዮጵያዬ!