Dhugaa kanna liqiimsii
“Eessatii beektii lukkuun lafaa joobirri oolu!
Dr Abiy rabbii gaditti waan itiyoophiyaa fi gaanfa afrikaa kanarra jiru hundaahuu ni bulcha.ana qofaa miti kitaaballeetu dubbate.kan isa jibbu jibbamaadha.
keessattuu warreen oromoo taatanii biyyaa keessaa fi biyyaa alaa tessaanii Alulaa salamoon walin juuntaa waliin walitii firoomtanii
halkanii guyyaa olola digaa biyyaa keenyaa oofaa ooltan kunneen nama ajaa’ibdu mataa Zaanyaa hundaa .



Nama jibbanis dhugaa hin jibban waan taheef.osoo warra mataan yaadu taatanii arrabaa fi jibba dhiiftaniit jaalalaa fi guddina ummata keenyaa akkamitti ummanni keenya carraa argame kanaan fayyadamaa taha
jettaniit yaaddu ture.Sammuun diiggaa barte ijaaruu wanti jedhamu isiif dhukkuba sammuuti waan taheef mee ijaaruu jecha jedhamu kana irra deebi’aa baradhaa warrii Bilasah Jorraa Dispooraa gaafas waliif galla sirrittii
Barruun tun namoota Daanayoo, Jaamaa, tokoo tokkof galuu dhabu maltti akkasumas Kanneen dhukkuba Kanaan faalaman aarsuu, mufachiisu fi dallansiisu dandeessi.
Tahulle yaada fi qeeqa
kennamuuf karri-banaadha.
Mootummaan itoophiyaa jaalatanis jibiitanis juuntaa fi fakkaattoota isaani hundaa likkiitii galchee biyyaa kabajamtuu tatee akka ijaruu isinitiib hadha’uus Liqiimsa!!