


Ayyanni kun Hiree Guddaa Kan Rabbiin Ummata Muslima Badhaasedha,Itti Haa Fayyadamnu, Namoottan Rabbin Hiree Tolche Guyya Kabajama kanaan Gehe hundi Guyya Kana Irra haa Fayyadamnu?
Yaa Rabbi of nuu beeysisii of nu Hubachiisii Warraa Of Beekhuu Wajjiin nuu taasisii Jiruu Addunyaa tanarrati Waan Dhufnef Nu beeysisi Karaa Diriiraa sittii nuu geessuu Irraattii Nuu Jiraachisii Faana Gabrattoowwaan kee jalaa warra deemu nuu taasisi warra Hanqina Ofii Guuttacha Deemu Dogoggora Ofii Sirreffacha Deemu Nuu Taasisi Yaa Rabbi Keyri Aduniyan
Qabdu Hundaa Nuuf Kennii Ammallee Keeyrii Gandii Aakhiraa Qabuu Hunda Nuu Argachiisi
ibidda Azaaba Irraa Najaa Nuu Baasi…..🤲😢
Guyyaa Gammachuu, guyyaa milki guyyaa yaadafi muranni keenya itti guuttamu nuf haa godhuu.
Guyyaan iidaa guyyaa RABBII itti faarsinuu fi ittiin guddifnu malee guyyaa dilii ittiin hojjannu akka nu duraa hin taane.
Warra Guyyaa Kabajama jaalatama kanarra fayyida buufate Rabbin nuha godhuu!
https://www.youtube.com/c/abdiaminbakar?sub_confirmetion=1
Du’aa’iin guyyaa Arafaa maal ?
Ergamaan Rabbii ﷺ akkas jedhe “irra caalaan du’aa’ii tan guyyaa arafaati, irra caalaan du’aa’ii tan anaa fii Nabiyyoonni na duraa godhanne, Laa ilaaha illallaahu Wahdahu Laa sharika lah, lahul mulku, walahul hamdu wa huwa alaa kulli shey’in qadiir”
Hikkaan isii
“haqaan gabbaramaan Allaah (Rabbi) tokkicha malee hin jiru, inni kophaa isaa gabbarama waahila hin qabu, mootummaan hundi isaaf taate, faaruun cufti isaaf taate, inni waan hundarratti dandahaadha.
Kanaaf Inshaa Allaah guyyaa boruu guddoo Arafaa tana Zikrii tana irra deddeebi’anii jechuun barbaachisaa waan ta’eef haa jabaannuu.
~~~~~~
Asuman Yeroo Nabiyyii (S.A.W) Keenya irratti Sallu Alaa Rasuull Allahumma
Salli Wassallim Wabaarik Aleeyhii Rasuulillah
Guyyaan Kun Hiree Guddaa Rabbin Ummata Muslima Badhaase, Guyya kana Itti Fayyadamu baannan Khasarree. Warra irra Fayyadamu nuhaa godhuu