Hima didduun du’a hin diddu akkuma jedhamu sana, Juuntaan waamicha dhukaasa dhaabuu kennameef diduudhaan hidhattoota ishee rasaasaa fi boombiiwwan Raayya ittisaarraa hafte kan ciccittee madooftee fi dhiituufillee humna hin qabnee fi daa’imman rasaasa kaartaa 6 qofa itti kennuun naannoo Amaaraatti qajeelchuun kan bobbofte humni addaa naannoo Amaaraa dhukkeetti ishee dabaleera. Kanneen waraanaaf dhufan hunda kabaja booji’amuullee osoo hin argatiin dhukkeetti dabalamte jedha odeessi amma arganne!