Design a site like this with WordPress.com
Get started

Oduu Ammee

Ergaa Muummichi biyyoota dhiibbaa Itoophiyaa irratti taasisaa jiraniif dabarse.


Biyyoonni “Mootummaan amma jiru kun nuuf hin ta’u, jijjiiramuu qaba” jedhan akka jiran quba qabna. Biyyoota kanneeniif dhaamsi qabnu, “hanga biyyi keenya cimtee itti fuftetti dhimmi namoota aangoorra jirruu sadarkaa lammaffaatti kan ilaalamudha. Haa ta’u malee mootummaa ergamaa, dantaa ummata Itoophiyaa hin kabachiisne ta’uu mannaa yeroo tokko qofa miti yeroo dhibba jijjiiramni mootummaa akka ta’u filanna. Faayidaa waan hin qabneef. Kan faayidaa qabu nu waliin waliigaltanii jiraachuudha. Kanaan ala karaan jiru hin baasu.”
MM Dr. Abiyyi Ahmed

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: