Sheyxaana Rabbiin beeku yeroo inni Jireenya keessan keessatti daba yaaduf dhufee, A’uzuubillahi Minisheyxaanirrajjim jette ofirra ofta‼️
Sheyxaana Nama kan Jireenya keessan diiguf dhufee jette, jette ,ykn abalu kee san achittin arge iddoo akkasittii isinitti himuf afaan mi’eefatte Firas fakkatte akka nama sif yaadu fakkatte oduu soba isinif himu, Akkana jettani ofirra oftan” Baga” jedhe, Baga Jette haa jettu jettaniiti ofirra oftan.
Erga inni deeme booda dubbichi yoonif jiraate suuta tasggaboftanii ilaalutu furmata
