Design a site like this with WordPress.com
Get started

Subahanallah

#Wallahi_Namoota Akkana Carran Yoo Isinirra Buusee Jabeeffadha?

Namni osoo ati tuffattu si kabajuuu,
Namni osoo ati jibbite arrabsitu inni sijaalatu,
Namni osoo ati badii qabdu, badii tee san tan sa godhatee sif fudhatuu,
Namni waan ati jaalattufi waan ati jibbitu addan beeke wanta ai jaalattu sif godhed wanta ati jibbitu ofirra eeguu
Namni yeroo hunda osoo ati balleessitu ykn dogongorttu dogongora kanke san osuma beeku, osuma ijan arguu sif irra darbuu, Wallahi namni san dhugumanii sijaalata, nama jaalala dhuga beeku jabeeffadhu?

Maalif jennan?
Namni akkasi san carraa jireenya keessatti hin argamu, akka carra taate argattee malee, Akka carratti namatti dhufa erga sitti dhufee jabeeffadhu?
Garu yoo takka si darbe akka barati lammata deebite wal hin agarattu beekii

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: