Design a site like this with WordPress.com
Get started

Sirna Simannaa Pirisdentii Keeniya

Simannaa


Pirezadaantiin Keeniyaa Uhuruu Keeniyaattaan buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaa wayita ga’an Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simannaa taasisaniiru.

Pirezadanti Uhuruun yeroo turtii isaanitti ministira muummee Dr, Abiyyi Ahimadifi hoggantoota hojii olaanoo mootummaa waliin dhimmoota biyyoota lameenirratti akka mari’atan ni eegama. Walitti dhufeenyi diploomasii Itiyoophiyaa fi Keeniyaa bara faranjoota 1954 qonsillaan Itiyoophiyaa Keeniyaatti banamuun ture kan jalqabame.

Itti aansuun Itiyoophiyaan bara 1961 Ambaasaddara jalqabaa gara Keeniyaatti kan eergite yoo ta’u, Keeniyaan immoo bara 1967 Imbaasishee Finfineetti banteerti.

Biyyoonni lameen komiishinii ministiroota waloo kan hundeessan yoo ta’u, koomiishinii bulchinsa daangaa waloo hundeessun mariiwwan hedduu mari’achuusaanii ragaaleen ni mul’isu.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: