Design a site like this with WordPress.com
Get started

Dhamsa Arrafachiisa

Ergaa ljoo!
Dhaamsa Yeroo!

Guyyaan sagalee kenninu tokko malee lamaa miti. Akka
yeroo galmee Ji’aas miti.

As butuus, achi butuus hin qabu.
Waxabajii 14 barii hanga galgalaa qofa. Sagalee teenya
kennuuf waxabajii 14 dagachuuniis, hifachuuniis
gonkuma hin taatu.

Ummanni galmaa’e hundi sagalee
akka kennu taasisuuf hojii amma hojjannuutu murteessa.
Dhaamsaa fi ergaan yeroo hundi asirratti xiyyeefatuutu
barbaachisa. Asirratti hoggansa sadarkaan jiruu fi
miidlyaalee biratti qaawaatu natti mul’ata.
Tibbana waltajjiilee hedduudha argaa jirra. Projaktoota baay’eetu eebbifamaa jira. Tamsaasa kallattii danuutu darbaa jira.
Kana mara irratti barbaachisummaan “Sagalee Kennuu” olqabamee dubbatamu qaba.
Qilleensi hundi kana dabarsu qaba. Ergaan ijoon waltajii maraa kana ta’u
qaba.

Guyyaan Sagalee Kenninu Waxabajii 14 ta’uu sirritti
beeksifamu qaba. Sagalee kennuun murteessaa ta’uu jala
muramee dammaqiinsi uumamu qaba. Nageenya qe’ee
ofi cimnee tiksuun dirqama ijoo keenya akka ta’e sirritti
hubachiifamu qaba. Ergaan ijoon, Dhaamsi Yeroo kana
ta’uu qaba.

Waxabajii 14 Sagalee Kennina!
Nageenya Qe’ee Ammarraa Tikfanna!
Ampuuliidha Filanna!

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: