Pirojektoota haaraa fi buleeyyii bara 2013 akka bulchiinsa magaalaa Buraayyuutii Baajata Idilee,mana Qopheessaa,Naannoo, UIIDP fi Hirmaannaa Uummataan Qar.1,147,158,119 hojjetamaa turan marsaa 2n eebbaaf Qopha’aan















- Kafteeriyaa hojjattoota Waajjira Bulchinsa magaalaa keessatii G+2 (Qar.6,806,213)
- Buufata Fayyaa Ganda Malkaa Gafarsaa G+4 (Qar.15,234,437)
- Waajjira Ganda Lakkuu Kattaa G+2(Qar.10,852,820)
- Galma walgayii Ganda Buraayyuu Kattaa (Qar.4,402,980)
- Waajjira, mana kitaabaa fi Galma walgayii KBLTO Buraayyuu G+2 (Qar.8,641,587)
6.Wajjira, mana kitaabaa, Lab. fi Galma walgayii mana barumsaa sad.2ffaa Buraayyuu G+3 (Qar.8,592,798) - Mana barumsaa Dirree Haacaaluu sad.1ffaa G+4 (Qar.14,368,867)
8.Dallaa M/Barumsaa Anfoo ( Lootii 1) M 292.8 (Qar.2,371,172)
9.Dallaa M/Barumsaa Anfoo (Lootii 2) M 268.34 (Qar.2,101,269) - Dallaa Mana Barumsaa Gujjee Sad.2ffaa (Lootii 1)M 300 Qar. (2,742,522)
- Dallaa mana Barumsaa Gujjee sad.2ffaa (Lootii 2) M 300 (Qar.2,742,522)
12.Daandii Dhagaa bocamee (coble stone ) Km 11.2692 (kontiraata 12n) Qar. 40,164,664 - Kalvartii adda addaa(culvert ) lakk. 6 (kontiraata 3n ) Qar.1,798,151
14.Bo’oo lolaa (open Ditch) Km 6.394 ( kontiraata 16n ) Qar.39,556,188 - Septic tank dhaabbilee adda addaaf hojjetame Lakk.4 (kontiraata 2) Qar.2,434,600
16.Hojii Magariisuu Ganda Gafarsaa Noonnoo M2 2,000 ( Qar.3,283,068) - Hojii Magariisuu Ganda Lakkuu Kattaa M2 2,130 (Qar.3,044,885)
- Hojjii waajjiraalee keessa Qoqooduu (partion wall) Qar.1,000,736
19.Suphaa pirojektootaa lakk.10(kontraata ) Qar.37,238,801
20.Ibsaa jiraattootaa fi Sheedii IMX f diriirsuu Qar.12,500,000
21.Bittaa konkolaata bootee 1(Qar.2,444,900) - Dallaa mana barumsaa Gujjee Qarsaa M 274 (Qar.1,914,256)
- Daandii cirrachaa Km 29 Qar.8,200,000
- Buufata Fayyaa Gafarsaa Noonnoo ( Qar. 7,000,000) Baajata Naannoon
- Mana barumsaa Ifa boruu Buraayyuu Qar.36,000,000 guutumaatii hirmaannaa Abbootii Qabeenyaan kan ijaarame
Yoo ta’uu
Pirojektoonii hojiin isaanii itti fuufee jiru
- Ijaarsa Daandii Aspaaltii Urgaa -Shaaqaa Km 5.52 Qar.824,331,246 %41 irra gahee jira
- Ijaarsa Mana barumsaa Anfoo sad 1ffaa G+4 Qar. 15,168,332 %85 irra gahee jira
3.Ijaarsa Dippoo boba’aa Qar.3,087,986 %61 irra gahee jira
4.Ijaarsa mana murtii Buraayyuu G+4 Qar.29,133,119%83 gahee jira