Design a site like this with WordPress.com
Get started

Dr Abiy Ahmed Ali

Abadan_Dhimma_Biyya Tiyya irratti Qoosan hin jirtu

Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna.
Saba koof falmee du’een taddasaa birruu ta,a
Haacaaluu hundeessaa
jijjiiramni laaftuutti hin dhufnee jijjiiramaan hin taphatinaa yaa BAANDAA. Injifannoo harkaa qabnu tana argachuuf gootoota meeqa itti dhabne!

abiy_ahmed_must_lead

Wanta faranjiin jettu raawwachuuf dirqama hin qabnu. Fedhii franjii raawwachuuf gugguufurra, fedhii keenya faranjiin akka raawwattu hojjachutu nurraa eeggama.
Faranjiif ergamurraa faranjii ergachuu barachuu qabna.

Yeroon isaa immoo amma. Xiinsammuu kana baatu fi gochuu danda’u hundi keenya horachuun kabaja fi jaalala biyya keenyaf qabnu miidiyaa hawaasaa kanarratti agarsiisuu qabna.

Jabaa_keenya_bira_haa_dhaabbannu !

Mootummaan Itoophiyaa yeroo jalqabaatiif imaammata biyya alaa dantaa fi birmadummaa biyyakoo miidhu hin fudhadhu jedhee mootummoota America dura dhaabbate Dr Abiyyi qofaadha. http://wix.to/S0AVCCY?ref=2_cl

Gargaarsa keessaniif jedhee imaammata ergamtummaan biyya koo jiraachisu,kan akka feetanitti dhimma keenya keessa seentanii akka borcitan eyyamuurra morma kiyyan kenna jedhee kutannoodhaan namni oftuultota lixaa(America) ofirraa qolate ilma Oromoo Dr Abiyyi qofaadh.

Kanaan Oromoon hunduu boonuu qaba.

Tarii dantaa siyaasaa dhuunfaa keenyaaf jennee har’a dhugaa kana dhoksuu dandeenya ta’a.
Boru garuu seenaa irraa haquu hin dandeenyu.

Hedduun keenya iccitii warri dhihaa mootummaa Dr Abiyyi irratti dhaadatanii fi dhimma Itoophiyaa irratti odeeffannoo dharaa balballoomsaa jiran nuuf galuu dhiisuun,akka nuti baandota juntaa cina hiriirree Dr Abiyyitti duullu godheera ta’a.

Kanneen utuu beekanii akka waan inni dippiloomaasii dadhabaa qabuutti diina wajjin ololaa turanis hedduudha.

Dhugaan jiru garuu akka mootummoota darbanii doolaaraan na gowwoomsuun akka ashaangulliitii na ergachuu hin dandeessan, imaammata ergamtummaa keessan hin fudhadhu jedhee waan dura dhaabbateef akka ta’e amma ragaa hedduun bahaa jira.

Kana ammoo seenaan guyyaa tokko waan nuti hin beekne hedduu itti dabalee ifoomsuuf jira. Hangasitti ilma keenya cina hiriirra!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Hubachiisa: Dabalata Odeeffannoo Qulqulluufi Barnoota Midiyaa Hawasaa adda adda argachuuf;

Teelegraama keenya:
https://t.me/abdiaminbakar

Yuutyuubii keenya Subscribe nufgodhaa https://youtube.com/channel/UCfNWzAsd9sAsuQGv7QYErqA

Subscribe godhaa
Yuutub Channel 2 https://youtube.com/channel/UCcBGKeV8FcvFEVkZdKxlN-w

Marsariitii https://www.facebook.com/Abdiaminbakar/

Websayiti keenya http://abdiaminbakar.simplesite.com/

Inistagiram keenya https://www.instagram.com/abdi_aminbakar/

Twiitara Keenya https://twitter.com/AbdiAminBaker?s=09

Nu duukaa buโ€™aa nu hordofaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: