Abadaan.
Akkumma Gaafa Mosooloni Akkumma Gaafa Xaaliyaanii Ameerikaa fi Jeo Bideniis Ni Injiffannaa Shakkii Tokko Malee .
Gootatu Bishaan Jennaata Dhugaa Addunyaan irraa jiraanuus kuniis Kan Abbaa Injiffaatteetti fi kan nama Jabaatti.Jabaan garuu abbaa dhugaa qabu kan loluutu nama malee kan injiffaatu dhugaa fi haaqa nuttis haaqa qabna dhugaa qabna kanaf injiffanna .kanaan booda yeroon Ameerikaan kophaa ishee hooggantuu fi Mootummaa Addunyaa ittii tatee murtee murteessituu dhumaatee jiraa akkuma amalaa keenya akkuma aadaa keenya’ akkuma gootummaa keenya soodaa fi shakkii tokko malee akkuma Xaaliyaanii Ameerikaas jilbifaachifnee addunyaa irraatti raajjii muli,ifna kana immoo itti beekna kan nuh barbaachisuu Ijjaannoo fi tookkummaa cimsachuu jabbeeffachuu

