Design a site like this with WordPress.com
Get started

Waamicha Muummichaa

Waamicha Muummichaa!!


Gariin biyya diiguun mana diiguu itti fakkaata.Biyya diiggamte ijaaruun waa hunda irra ulfaata. Liibiyaan miliyoonni jaha har’aa abbaa biyya maleeti.
Akka hundi yaadatu Liibiyatti dhalachuuf qofa siif kafalama ture.Har’a waan dhalootaa mitii waan nyaatan kadhatu.


Waa hunda tasgabbiin ilaalanii biyya ijaaruun hunda dursa.Garaa ofiif biyya diiguun salphina. Biyya diiganii jiraachuun illee hin yaadamu.
Hunduu fedhii dhuunfaa keessa bahee ijaarsa biyyaaf tumsuu qaba.Hunduu waan darbuu fi boru gaabbu hojjachuu irra imala gaarii qabatee irra deemee Itoophiyaa ijaaruu qaba.

Ijaarsama biyyaaf gahee keenna haa baanuu !!

Published by abdiaminbakhar

Hin yaaddawin !! Rabbiin kee waan siif tolu si caalaa beeka, Waan siif tolu, yeroo siif tolurratti siif Qophessee jirati hin yaaddawin. A.A.B Paypal:https://paypal.me/AbdiAminBakhar?country.x=SA&locale.x=en_US

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: