“Duula Na filadhaa
paartii Badhaadhina
Kabajamoo Obbo Eskinder Aliye
Duulli Nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa ture Karaa miidhagina qabuun xummuree gala jira.
Ummata koo hangaa walti deebinu, ammaf nageyaan naa tura.
#paartii_Badhaadhina
Kabajamo obboo Eskinder Aliye
Duulli Nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa ture Karaa miidhagina qabuun xummuree gala jira.
Ummata koo hangaa walti deebinu, ammaf nageyaan naa tura.
Harargee Bahaa
Paartiin Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti duula na filadhaa gaggeesseera.
Sirna Kanarratti kaadhimamtoonni Mana Marii bakka buutoota Ummataa fi Caffee Oromiyaaf dorgoman duula na filadhaa gaggeessaniiru.
Bulchaan Aanaa Meettaa Obbo Riyaad Mahammad Paartiin Badhaadhinaa Paartii Ummata Oromoo Addunyatti mataa ol qabachiise waan taheef, Ummanni Oromoo Paartii Badhaadhinaa filachuu akka qabu dhaamaniiru.
Ittigaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Obbo Ammaddiin Ismaa’eel Paartiin Badhaadhinaa filachuun nageenya misoomaa fi dimookraasii filachuudha jadhan.
Pireezedaantiin Federeeshinii Dargaggoota Itiyoophiyaa Obbo Taarraqany Abduljabbaar Paartiin Badhaadhinaa Imala Badhaadhinaa jalqabe akka itti fufsiisuuf Sabaa fi Sablammoonni Paartii Badhaadhinaa filachuu akka qabu hubachiisaniiru. Ummanni Aanaa Meettaa Badhaadhina filachuuf qophoofneerra jedhan.
Godina harargee Bahaa Aanaa Gooro muxitti duula nu filadhaa paartii badhaadhinaa bifa adda ta’een gaggeefame jira.
Sagantaa kana irratti nuuti qadhimamtoni partii badhaadhina ummata keenya waliin walbaree jira. Hogantoonni Aanaa akkasumas Ummatni keenya kan Gooro Muxi simannaa nuu gootaniif bayyee galatoomaa!
Paartiin Badhaadhina :
1. Karoora gochaan madaalame kan qopheesse,
2. Mul’ata ifaa galaasaa kan godhate,
3. Hudhaalee barootaaf nu qaban toftaa ittiin kukkunnu kan qabate,
4. Galma abdii keenyaa isa dhugaa kan of harkaa qabudha!!
Badhaadhina filadhaa!!
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=3808658669262248&id=100003544567114